Wongeela Maatewos 1:19 - WAADAA LAMMATAA19 Yooseefiin isii qaadhimate kun nama qajeela'a. Kanaaf isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef, dhossa'aan isii dhiisuu yaade. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Qaadhimaan isi'ii Yooseef'llee nama mishaa waan tureef, Maariyaamiin nama duranatti isii saaxilu'uuf hin barbaanne, kanaaf dhossa'aan isii dhiisu'uuniif ni barbaade. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Yooseefiin isii qaadhimate kun nama balchaa waan ta'eef isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef dhossa'aan isii dhiisuu yaade. Gade chapit la |
Isaanillee deebisanii, «Nu ajajaa dhibbaa ka Qorneelewoos jedhamu biraa dhufne; inni qajeela'aa fi nama Rabbiinillee sodaatu ka Yihuudota maraa biratti kabajjama'aa fi ka maqaa mishaa qabu; inni gara mana ufii si waamsisee, waan ati jettu akka dhagayu, maleekkaan woyyuun isatti dubbate» jedhanii deebisaniif.