Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Dhaloonni Yesuus Kiristoosii akkana. Haati isaa Maariyaam Yooseefiif kennamtee uduu jirtu, inni isi'itti uduu hin dhandhe Ayyaana Woyyu'uun ulfooftee argamte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Yesus Kristos haalli itti dhalate akkana ture, haatii isaa Maariyaam Yooseefiif qaadhimamttee uduu jirttu, uduma inni isi'itti hin dhaqin, Hafuura Qulqullu'uun ulfoofttee ni argamitte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Dhaloonni Yesuus Kiristoosii akkana. Haadha isaa Maariyaamiin Yooseefitu qaadhimatee ture; Inni uduu isii bira hin gayin Ayyaana Woyyu'uun ulfooftee argamte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:18
13 Referans Kwoze  

Kanaafuu hennaa gara adunya'aa dhufe, «Ati kenna'aa fi ciincaa hin jaalanne, nafa naa qopheessite.


Woyyu'uuf ka dhara hin qabne, ka mudaa hin qabne ka cubbamtoota irraa fooyamee fi ka samii irratti kabajjame hayyichi gadichi akkanaa kun nu barbaachisa.


Hiddi dhaloota Yesuus Kiristoosii fiixaa Abrahaamiitii fi fiixaa Daawitii kana.


Mana seenanii, daa'ima haadha isaa Maariyaamiin woliin arganii, gad kufanii isaa sagadan. Achiin maayii Saanduqa ufii bananii, kennaa worqi'ii, Hiixana fi qumbii isaa kennan.


Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite