Wongeela Maatewos 1:11 - WAADAA LAMMATAA11 Iyyosiyaasillee hennaa boojuu Baabiloonii Ekoniiyaanii fi obboleewwan Ekoniiyaanii uumate. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Yosiyaas ummanni Israa'eelii gara biyya Baabiloonii booji'amanii bara deemanitti, Ekoniiyaanii fi obboleeyyan isaa ni uumate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Iyyoosiyaas bara boojuu Baabiloonii Ekoniiyaanii fi obboleewwan isaa uumate. Gade chapit la |