Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Hennama san garagalanii hennaa laalan isaan woliin Yesuusiin malee eennuunuu hin argine.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Bakkumatti ufi irra garagalanii yoo laalaniin, isa woliin Yesusiin qofa malee, eennuun'llee hin argine.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Hennama san gara galanii hennaa laalan isaan woliin Yesuusiin malee eennuunuu hin argine.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:8
6 Referans Kwoze  

Wonti akkanaa Kun hennaa sadi ta'e, yomasan meeshaan gara sami'ii ol fudhatame.


Ijji isaaniillee hin baname, isaanillee hin beekaniin. Inni ammoo ija isaanii afo'oo miliqe.


Haga laagaan sun dhagayameen maayessa, Yesuus hojjuma ufii achitti argame. Isaan hin cadhisan. Hennaa san isaan waan argan eennuttillee hin himne.


Achiin maayessa duumessi isaan golge. Duumessa san keessaan, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhu kanaa isa dhagayaa'a» laagaan jedhu dhufe.


Isaan uduu gaara irraa gad bu'aaran Yesuus, «Ilmi namaa haga du'aa ka'utti waan argitan eennuttillee hin himinaa'a» jedhee isaan seere.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite