Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Achiin maayessa duumessi isaan golge. Duumessa san keessaan, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhu kanaa isa dhagayaa'a» laagaan jedhu dhufe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Duumessi'llee dhufee isaan ni golge, duumessa keessan'llee, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhu kana! Isa dhageeffadhaa!» qooniqqi jedhu, ni dhagayame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Achiin maayessa duumessi isaan golge. Duumessa san keessaan laagaan, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhu kanaa isa dhagayaa'a» jedhu dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:7
41 Referans Kwoze  

Hennaa laagaan ulfinnaa teessoo isaa irraa, «Ilmi ani jaaladhu, ka itti gammadu kana» jechi jedhu dhufe, Rabbii Abbaa irraa ulfinnaa fi galata argateera.


Laagaan samii irraa, «Kun Ilma kiyya jaalatamaa Ani itti gammadu» jedhe.


Samii irraa laagaan, «Ilmi jaaladhu si'i, An sitti gammada» jedhu dhufe.


Inni duumeessaan dhufa, ijji maruu isa argiti, worri isa woraanellee hin argan. Baniin adunyaa tana irraa maruu sababaa isaatiif gadda'aa booyan. Ee! Akkasuma ta'a. Amiin.


Kanaafuu waan dhageenne irraa maal laataa akka hin fudhatamne isaaf caalchifnee uf eeguu nu barbaachisa.


Haata'uu ammoo, Yesuus inni Kiristoos ilma Rabbii akka ta'e akka amantan amantaanillee maqaa isaatiin jireenna akka isinii ta'u kun barreeffameera.


Nullee ati Kiristoos Ilma Rabbii jiraata'aa akka taate amanneerra; beenneerralle'e» jedhee deebiseef.


Anillee isa argeera; akka inni Ilma Rabbii ta'e rageera.»


Ilmi Rabbii akka dhufeef waan dhugaa ta'e akka beennuuf hubannaa akka nuuf kenne hin beenna. Nullee Rabbii dhuga'aatii fi ilma isaa Yesuus Kiristoosiin keessa jira. Inni Waaqa dhuga'aatii fi jireenna bara baraati.


Karaa irra uduu deeman gara bisaanii gayan. Namichi qaama hormaataa hin qabne, «Ani amma bisaaniin akka hin cuuphamnee wonti na dhooggu maali'i?» jedheen.


Namni kun ijoollee Isiraa'eliitiif, ‹Rabbi obboleeyyan keessaa, raaga akka kiyyaa isinii kenna› isa dhagayaa'a jedhee namni isaanitti dubbate Muusema kana.


Kana haga dubbateen maayii uduma isaan isa argan gara sami'ii ol fudhatame; duumeessillee ija isaanii afo'oo isa dhosse.


Yihuudonnillee deebisanii, «Nu seera qabna; akka seera keennaatitti du'uu barbaachisa. Ilma Rabbii waan uf godheef» isaan jedhan.


Yesuusillee akka gara diidaa isa baasan hennaa dhagaye, «Ati Ilma Namaatitti amantaa?» jedheen.


Aabbaan na ergellee waan kiyya rageera. Isin laagaa isaa womaa hin dhageenne. Bifa isaallee hin argine.


Eeganaa Sambata waan diigee calla'aafii miti, akkasuma Rabbi abbaa kiyya jedhee Rabbiin waan uf qixxeesseef, Yihuudonni isa ajjeesu'uuf guddisanii soqaniin.


Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.


Ajajaa loltoota dhibbaatii fi worri isa woliin Yesuusiin eega'aa turan, raafamaaf sochii ta'e arganiiti, «Kun dhugamaan Ilma Rabbiiti» jedhanii guddisanii sodaatan.


Rabbitti amanateera, ‹Ani Ilma Rabbiiti› waan ufiin jedheeruuf, yoo jaalateen mee amma Isa haa oolchuu» jedhan.


Isaan akka malee waan sodaataniiraniif, Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.


Hennama san garagalanii hennaa laalan isaan woliin Yesuusiin malee eennuunuu hin argine.


Ayyaanni Woyyuunillee akka haala nafaatiin handarii fakkaatee isa irratti bu'e. Ilmi kiyya ka ani jaaladhu si'i, ani si'iin gammada laagaan jedhu samii irraa dhufe.


Abbaa kiyya! Maqaa kee kabajji!» jedhe. Kanaaf, «Kabajjeera, akkasuma hin kabajjaanillee» laagaan jedhu sami'ii dhufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite