Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Isaan akka malee waan sodaataniiraniif, Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Barattoonni sadiinuu haalaan nayanii waan turaniif, Phexiros waan dubbatu hin beeku ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Isaan akka malee waan sodaataniiraniif Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:6
6 Referans Kwoze  

Hennaa isa arge ani akka nama du'e ta'ee luka isaa jalatti kufe. Harka mirgaa narra kaayee akkana naan jedhe.


Pheexroos Yesuusiin, «Barsiisaa'a! As jiraachuun keenna nuu misha'a! Koottaa asitti daasee sadihii, tokko si'iif, tokko Muuse'eef, tokko Eeliyaasiif haa ijaarruu» jedheen.


Achiin maayessa duumessi isaan golge. Duumessa san keessaan, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhu kanaa isa dhagayaa'a» laagaan jedhu dhufe.


Akkuma namoonni sun isa biraa deemaniin, Pheexroos Yesuusiin, «Barsiisaa'a! Asitti argamuun keenna waan misha'a; daasee sadihii, tokko siif, tokko Muuse'eef, tokko ammoo Eeliyaasiif haa ijaarruu» isaan jedhe; Inni ammoo woma dubbata'aaruu hin beeku ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite