Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Pheexroos Yesuusiin, «Barsiisaa'a! As jiraachuun keenna nuu misha'a! Koottaa asitti daasee sadihii, tokko si'iif, tokko Muuse'eef, tokko Eeliyaasiif haa ijaarruu» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Phexiros'llee Yesusiin, «Yaa barsiisaa! Asi jiraachuun nu'uuf misha'a, kanaaf tokko si'iif, tokko Muse'eef, tokko Eeliyaasiif ka ta'an, daaseewwan sadihi haa ijaarruu!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Pheexroos Yesuusiin, «Barsiisaa'a! As jiraachuun keenna nuu misha'a! Koottaa asitti daasee sadihii tokko si'iif, tokko Muuse'eef, tokko Eeliyaasiif haa ijaarruu» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:5
15 Referans Kwoze  

Waan lamaan kanaan dhiphata'aa deemee Kiristoosiin woliin jiraachu'uuf dharra'a. Inni maraa irra mishaa waan ta'eef.


Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.


Goshoota tiyya, amma nu'u ijoollee Rabbiiti uf afoo maal akka taanu hin beekkamne. Haata'uu ammoo hennaa inni deebi'ee dhufu akkuma jiruun akka isa fakkaannu hin beenna.


Achiin maayessa Pheexroosillee deebisee, Yesuusiin akkana jedhe, «Gooftaa kiyya, as jiraachuun nuuf misha'a. Yoo fedha kee ta'e asitti daasee sadihii tokko si'iif, tokko Muuse'eef, tokko ammoo Eeliyaasiif haa ijaarruu» jedheen.


Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a.


Achiin maayessa darasoonni sadiin Eeliyaasii fi Muuseen uduu Yesuusiin woliin qaaqa'aaran argan.


Isaan akka malee waan sodaataniiraniif, Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.


Akkuma namoonni sun isa biraa deemaniin, Pheexroos Yesuusiin, «Barsiisaa'a! Asitti argamuun keenna waan misha'a; daasee sadihii, tokko siif, tokko Muuse'eef, tokko ammoo Eeliyaasiif haa ijaarruu» isaan jedhe; Inni ammoo woma dubbata'aaruu hin beeku ture.


Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite