Wongeela Maarqoos 9:42 - WAADAA LAMMATAA42 Yesuus ammallee, «Worra didiqqaa na faanaa deeman kanniin keessaa tokkocha ka gufachiisee mannaa, dhakaan daaku'uu guddaan mormatti hidhamee gara xillaa galaanaatitti gatamuu isaa woyya. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 «Naminni kumi'llee worra natti amanan maandhota kanniin keessaa tokko gufachiisuu irra, dhagaan daakka'aa ulffaataan morma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisa'aa titti uduu darbamee isaa woyya ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Yesuus ammallee, «Worra didiqqaa na faanaa deeman kanniin keessaa tokkocha ka gufachiisee mannaa dhagaan daaku'uu guddaan mormatti hidhamee gara xiillaa galaanaatitti gatamuu isaa woyya. Gade chapit la |