Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Ani dhugamaan isiniin jedha, ka Kiristoosii waan taataniif, maqaa kiyyaan bisaan xuwwee tokkottii ka isin obaasu gatii qaba» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Dhugamaan isiniin jedha, ka Kristosii waan taataniif maqaa kiyyaan bishaanuma kubbaayyaa tokkootuu ka isaan obaasu, gatii isaa hin dhabu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Ani dhugamaan isiniin jedha ka Kiristoosii waan taataniif ka maqaa kiyyaan bisaan xuwwee tokkottii isin obaasu gatii qaba» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:41
11 Referans Kwoze  

Eennullee worra gad-aanaa kanniin keessaa, waan inni darasaa kiyya ta'eef, bisaan qabbanaayaa xuwwee tokkottii obaasu, dhugamaan isiniin jedha gatii ufii argata.


Mootichillee deebisee, «Ani dhugamaan isiniin jedha, obboleeyyan tiyya worra maraa caalaa didiqqaa kanniin keessaa tokkoof ka gootan, akka waan naaf gootanii ti!» isaaniin jedhe.


Ka afoo keessan jiru laalaa'a. Eennullee ka Kiristoosii ta'uu ufii yoo hubate, nullee ka isaa ta'uu keenna haa hubatuu. Akkuma inni ka Kiristoosii ta'e, nullee akkasuma ka isaati.


Haata'uu ammoo gari gariin kore kore'een ta'a. Kiristoos du'aa ka'u'uun akka hangafaati. Kanaan maayessa ammoo hennaa inni deebi'ee dhufutti, worri du'aa ka'an ka Kiristoosiiti.


Sababaa nyaataatiif jettee Obbolleessaa kee yoo ka gaddisiiftu taate, eegasuu jaalalaan hin jiraanne. Nama Kiristoos du'eef nyaataaf jettee hin balleessiiniin.


Isin ammoo Ayyaanni Rabbii yoo isin keessa jiraate, Ayyaanaan malee, fooniin hin jiraattan; Ayyaana Kiristoosi ka hin qabne ammoo fira isaatii miti.


Worri ka Yesuus Kiristoosii ta'an, hawwii hamaa foon isaanii woliin fannisaniiran.


Isinillee ka Kiristoosii eega taatan, akkasuma fiixaa Abrahaamii worra dubbii abdi'ii dhaalu.


Isin ka Kiristoosiiti; Kiristoosillee ka Rabbiiti.


Hennaa Yesuus hojja jirutti worri hulee sanii darasoonni kudha lamaa waan mammaaka kanaa isa gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite