Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Uffanni isaallee haga miiccuun adunyaa tanaa kamiiyyuu miiccee addeessuu dandeettu caalaa adii weeccaa ta'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Uffanni isaa'llee haalaan ni calaqise, biyya lafaa irratti miicaan kum'llee hagas qulqulleessuu haga hin dandeennetti adii ni ta'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Uffanni isaallee haga miiccuun adunyaa tanaa kamiiyyuu miiccee addeessuu dandeettu caalaa adii weeccaa ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:3
13 Referans Kwoze  

Bifti Maleekka'aa akka bakakka'aa, uffanni isaallee akka barada'aa adi'i.


Anillee, «Gooftaa kiyya, situ beeka» jedheen. Innillee akkana naan jedhe, «Kunniin worra rakkoo guddaa keessaa dhufan. Uffata ufiillee miicanii dhiiga hoola'aatiin qulqulleessan.


Asiin maayii banii eennullee laakkayuu hin dandeenne baniinii fi gosa worra afaan marraa keessaa namoota heddu guddaa arge. Uffata adii uffatanii qacee meexxi'ii harka isaaniititti qabatanii teesso'oo fi hoolaa Rabbii afoo dhaabatan.


Qorneelewoosillee akkana jedhe, «Guyyaa afuriin dura gara sa'aatii sagaliititti ani mana kiyyatti uduu faateffata'aa jiru; namni uffata calanqisu uffate tokko na afoo dhaabatee,


Achiin maayessa darasoonni sadiin Eeliyaasii fi Muuseen uduu Yesuusiin woliin qaaqa'aaran argan.


Uduu inni faateffata'aaru bifti fuula isaa jijjiirame uffanni isaallee calalaqee adii ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite