Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuus, «Haga yoomiitii as akkana godhuu jalqabe?» jedhee abbaa muca'aa gaafate. Abbaan muca'aallee, «Ijjoollummaa irraa jalqabeeti» jedhee deebiseef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yesus'llee abbaa muca'aatiin, «Dhukubbinni kun haga jala qabeenii hagam turee jira?» jechu'uun, ni gaafateen. Abbaan'llee akkana ni jedhe, «Daai'mummaa isaa irraa jala qabeeti jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuus, «Haga yoomiitii as akkana godhuu jalqabe?» jedhee abbaa muca'aa gaafate. Abbaan muca'aallee, «Ijoollummaa irraa jalqabeeti» jedhee deebiseef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:21
15 Referans Kwoze  

Achittillee nama woggaa saddeetaaf laamshayee siree irra ciisa'aa ture, ka Eniyaa jedhamu tokko arge.


Lisxiraa keessatti namicha lutti isaa naafate, ka urga dhalate irraa jalqabee hokkolu ka horomaa luka isaatiin deeme hin beennetu achi taa'aa ture.


Namni maalaleen fayyinnaa ta'eef kun nama woggaa afurtamaa oliiti.


Worra mana woyyuu seenan irraa waa kadhatu'uuf, nama namoonni baadhatanii gara balbala mana woyyuu ka maqaan isaa «Midhaagaa» jedhamuu fidanii guyya guyya'aan achi kaayan tokkotu ture. Innillee urga dhalate irraa jalqabee nafti isaa naafa.


Uduu karaa san irra lufa'aaru nama urga dhalate irraa jalqabee ballaa ta'e tokko arge.


Intalti tun Fiixaa Abrahaamii taatee woggaa kudha saddeetiif ta jinniin hidhe guyyaa Sambataatiin hidhaa kana keessaa hiikkamuun isii hin barbaachisuu ree?» jedheen.


Woggaa kudha lamaa irraa jalqabee dubartii dhiinni isi'ii jigu takkatu ture. Waan qabdu maraa worra qorsa isi'ii kennutti fixattee ta eennullee isii fayyisuu hin dandeenne takkatu achi ture.


Dubartiin dhiinni isi'ii woggaa kudha lamaaf jigu'uun rakkattu takka achi turte.


Ayyaanni battiin sun hennaa Yesuusiin arge, yoosuu gajafsiisee, kuffisee, gangalachiisee, hoomacha afaanii jisse.


Hennaa hedduu isa ajjeesu'uuf ibiddaa fi bisaan keessatti isa darba. «Ati ammoo yoo sii danda'ame, garaa nuu laafii nu gargaari» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite