Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Yesuus guyyaa jahaan maayii, Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin qabatee, hojja isaanii gara gaaraa ol isaan baase. Achitti inni afoo isaaniititti jijjiirame.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Guyyaa jahaan duubatti'llee Yesus Phexiros, Yaaqoobii fi Yohaannisiin qofa ufi duukaa qabatee, gara gaara ol aanaa tokkoo ni baye, isaan duratti'llee biftti isaa ni jijjiirame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Yesuus guyyaa jahaan maayii Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin qabatee hojja isaanii gara gaaraa ol isaan baase. Achitti inni afoo isaaniititti jijjiirame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:2
23 Referans Kwoze  

Yesuus: Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisii achi, eennullee akka isa faanaa deemu hin barbaanne.


Inni Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin uf biratti fuudhee, shoru'uu fi gadduullee jalqabe.


Gara keessan dhufuun kiyya kun hennaa sadaffa'aati. «Wonti maruu ragaa lamaa fi sadihiin mirkanaaya»


Teessoo gudda'aa fi adii ka isa irra taa'eerullee hin arge; Ardi'ii fi samiinillee isa afo'oo dheessan. Huleen isaanii hin argamne.


Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee, karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate.


Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.


Fedhiin Rabbii misha'aa fi ka nama gammachiisu waan mudaa hin qabne maal akka ta'e qorattanii akka beettan haarawoomuu qalbii teessaniitiin jijjiramaa malee, adunyaa tana hin fakkaatinaa'a.


Jechi nama ta'e; Inni badhaadha, Ayyaanaa fi dhuga'aan guuttamee nu keessa bule. Nu'u ulfinna Ilmi tokkichi Abbaa ufii biraa qabuutitti, ulfinna isaa argine.


Innillee torbaanuma san keessa kadhachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.


Yesuusillee du'a Yohaannisii hennaa dhagaye, hulee sanii ka'ee hojja ufii yabalaan gara lafa udume'ee dhaqe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite