Wongeela Maarqoos 9:13 - WAADAA LAMMATAA13 Ani ammoo akkana isiniin jedha, Eeliyaas dhufeera, akkuma waan isaatiif barreeffame, waanuma fedhan maraa isa irratti godhan» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Ani garuu Eliyaas dursseetuu dhufee jira, namoonni'llee akkuma waayeen isaa barreeffametti, waan barbaadan maraa isa irratti raawwatanii jiran» isiniin jedha. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Ani ammo akkana isiniin jedha, Eeliyaas dhufeera; akkuma waan isaatiif barreeffame waanuma fedhan maraa isa irratti godhan» isaaniin jedhe. Gade chapit la |