Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isaanillee deebi'anii, «Barsiisonni seeraa, ‹Eeliyaas firrisee dhufa› maaf jedhan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isaan'llee, «Barsiisonni seeraa'llee jalqaba dhufuu ka qabu Eliyaas maali'iif jedhan?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isaanillee deebi'anii, «Barsiisonni seeraa, ‹Maaf Eeliyaas firrisee dhufa› jedhan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:11
6 Referans Kwoze  

Yoo dubbii isaanii fudhachuu feetan, Yohaannisiin kun, Eeliyaasii hin dhufa jedhame san.


Achiin maayessa darasoonni sadiin Eeliyaasii fi Muuseen uduu Yesuusiin woliin qaaqa'aaran argan.


Isaan waan inni isaanitti hime san garamatti qabatanii, «Du'aa ka'uun maali'ii?» jedha'aa wol gaggaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite