Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Isaan waan inni isaanitti hime san garamatti qabatanii, «Du'aa ka'uun maali'ii?» jedha'aa wol gaggaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Dubbicha'llee dhagayanii onnee isaanii titti ni qabatan, haa ta'u malee, «Du'aa ka'uun kun maal jechuu ta'inna laata?» jedha'aa, ufii isaaniitii woliin ni haasayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Isaan waan inni isaanitti hime san garamatti qabatanii, «Du'aa ka'uun maali'i?» jedha'aa wol gaggaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:10
15 Referans Kwoze  

Worra Efiqoroos ogeeyyota Istookoos worra jedhaman gari gariin isaan wol argan, gariin ammoo, «Kun qaaqilichi maal dubbatuu barbaada?» jedhan. Gariin waan Oduu Nagayaa du'aa ka'uu Yesuusii waan isaanitti lallabeef, «Waan waaqolee haarawaa waan dubbatu fakkaata» jedhan.


Darasonnillee waan kana dura hin hubanne, haata'uu ammoo haga Yesuus kabajjameen maayii, hennaa san kun waan isaatiif akka barreeffame kana akka isaa godhan qaabatan.


Isaan ammoo waan inni dubbatee hin hubanne; isa gaafachu'uufillee hin sodaatan.


Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma sirratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.


Isaan uduu gaara irraa gad bu'aaran Yesuus, «Ilmi namaa haga du'aa ka'utti waan argitan eennuttillee hin himinaa'a» jedhee isaan seere.


Isaanillee deebi'anii, «Barsiisonni seeraa, ‹Eeliyaas firrisee dhufa› maaf jedhan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite