Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 9:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus deebi'ee, «Dhugamaan isiniin jedha; namoota as dhaabatan kanniin keessaa, jeennanni Rabbii hunnaan hennaa dhuftu uduu hin du'in worri argan hin jiran» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Itti aansee'llee Yesus, «Dhugamaan isiniin jedha, worra amma asi jiran keessaa tokko tokko, Mootummaan Waaqaa huminna ol aana'aan yoo dhufittu haga arganitti, ka hin duune ni jiran» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus deebi'ee, «Dhugamaan isiniin jedha; jeennanni Rabbii hunnaan hennaa dhuftu namoota as dhaabatan kanniin keessaa uduu hin du'in worri argan hin jiran» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 9:1
13 Referans Kwoze  

Ani dhugamaan isiniin jedha, namoota as dhaabata'aaran kanniin keessaa uduu hin duune worri jeennata Rabbii argatan jiran» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo Ayyaana Rabbiitiin waan nama maraatiif du'a dhandhamu'uuf Yesuusii Maleekkaa diqqoo hanqatee ture, sababaa rakkinna du'aatiin gulloo ulfinnaatii fi galataa godhatee arginaan.


Ani dhuga'aan isiniin jedha; wonti kun maruu haga ta'uuf, dhaloonni amma jiru kun hin lufu.


Yesuus ammallee, «Ilmi Namaa ulfinna ufiitii fi Maleekkota Rabbii maraa woliin hennaa dhufu, teessoo ulfinnaa ka ufii irra taa'a.


Ani isinitti himaa, haga jeennanni Rabbii dhuftutti ammaa jalqabee daadhii woyinii kana irraa hin dhugu» jedhe.


Nama Goofta'aan muudame uduu hin argine akka hin duune Ayyaana Woyyu'uun hubate.


Achiin maayessa Ilmi Namaa, hunna gudda'aa fi ulfinnaan duumessa keessaan hennaa dhufu hin argan.


Achiin maayessa malkanni Ilma namaa samii gubba'atti hin mudhata, hennaa san gofti biyya lafaa maruu banne, banne jedhan. Ilmi Namaa duumessa sami'iitiin hunnaa fi ulfinna gudda'aan yoo dhufu hin argan.


Ani dhugamaan isiniin jedha, worra as dhaabatan kanniin keessaa, namoonni gariin hennaa Ilmi Namaa jeennata ufiitiin dhufu worri hin duune hin jiran» jedhe.


Kanaaf darasichi sun hin du'u wonti jedhame uduu gara obboleewwanii gayee, haga Yesuus dhufuuf akka jiraatu yoo jaalate maaltu si dhibe?» jedheen malee, hin du'u hin jenneen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite