Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:8 - WAADAA LAMMATAA

8-9 Gumiin namoota kuma afurii sun haga nyaatee quufeen maayessa, hambaa hafe gindoo gugurdaa torba guutuu isaan jalaa kaasan. Yesuus akkuma gumii ufirraa galcheen,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Namoonni marrinuu nyaatanii ni quufan, hanbbaa hafe'llee wolitti qabanii, ginddoo guguddoo torbaa guutuu ni kaasan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8-9 Gumiin namoota kuma afurii sun haga nyaatee quufeen maayessa hambaa hafe masoobii gugurdaa torba guutuu isaan jalaa kaasan. Yesuus akkuma gumii uf irraa galcheen

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:8
16 Referans Kwoze  

Yookiin Xoroshoon torbaa namoota kuma afurii gayee hambaa gindoo meeqa akka kaaftan hin qaabattanii?


Nyaata baduuf hin hojjatinaa'a. Haata'uu ammoo nyaata jireenna bara baraa ka Ilmi Namaa isinii kennuuf hujaa'a, isa san Rabbi Aabbaan chaapaa ufii waan irra kaayeef.»


Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.


Gumiin martinuu nyaatanii quufanii; hambaa irraa hafe, xoroshoo gindoo kudha lama guutuu fuudhan.


Isaan martinuu nyaatanii qufaniiti, hambaa hafe Gindoo torba guutuu kaasan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite