Wongeela Maarqoos 8:7 - WAADAA LAMMATAA7 Akkasuma isaan qurxummii didiqqoo hagoo qaban; Yesuus qurxummii saniifillee Rabbiin galateeffatee, akka gumi'ii qoodan darasoota ufiititti kenne. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Qurxummiiwwan didiqqoo muraasa'llee ni qaban turan, waayee qurxummiiwwaniitiif'llee Waaqa eega galateeffateen duubatti, ummataaf akka dhiyeessan barattoota isaa ni ajaje. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Akkasuma isaan qurxummii didiqqoo hagoo qaban; Yesuus qurxummii saniifillee Rabbiin galatoonfatee akka gumi'ii qoodan darasoota ufiititti kenne. Gade chapit la |