Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Darasoonni isaa deebisanii, «Lafa gammoojjii akkanaatitti nyaata namoota haganaatii gayu eessaa fuuna» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Barattoonni isaa'llee, «Eegaa, gammoojjii kanatti namoota kanniin maraaf buddeena gayu, argachu'uuf eennutu danda'a?» jechu'uun, ni deebisaniif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Darasoonni isaa deebisanii, «Lafa gammoojjii akkanaatitti nyaata namoota haganaatii gayu eessaa fuuna» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:4
10 Referans Kwoze  

Sababaanille qalbiin isaanii waan duudeeruuf isaan baasa xorosho'oo san hin hubanne.


Darasoonni, «Lafa udume'ee kana keessatti xoroshoo banii haganaa kana quubsu eessaa fuuna?» jedhaniin.


Isaan keessaa gari gariin lafa fago'oo waan dhufaniiraniif uduu isaan waa hin nyaachifne gara manaa deema'aa galaa yoo jenne, karaa irratti laafanii kufan» jedheen.


Innillee, «Xoroshoo hagam qabdan?» jedhe isaan gaafannaan, «Xoroshoo torba» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite