Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Isaan keessaa gari gariin lafa fago'oo waan dhufaniiraniif uduu isaan waa hin nyaachifne gara manaa deema'aa galaa yoo jenne, karaa irratti laafanii kufan» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Akkuma beelayan kanaan gara mana isaanii yoo isaan geegesse, karaa irratti ni dadhaban, gonkumaa tokko tokkoon isaanii'llee, worra fago'oo dhufan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Isaan keessaa gari gariin lafa fago'oo waan dhufaniiraniif uduu isaan waa hin nyaachifne gara manaa deema'aa galaa yoo jenne, karaa irratti laafanii kufan.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:3
6 Referans Kwoze  

«Baniin kun na woliin guyyaa sadihii waan turaniiraniif; waan nyaatan waan hin qabneef garaa na nyaatan.


Darasoonni isaa deebisanii, «Lafa gammoojjii akkanaatitti nyaata namoota haganaatii gayu eessaa fuuna» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite