Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Yesuus ammallee harka ufii ija namichaa irra kaaye. Hennaa san namichi guuttatee laale. Ijji isaa fayyitee waa maraa midhaassee arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Deebi'ee'llee Yesus ija namichaa irra harka isaa ni kaaye, yeroo kanatti namichi guutatee ni laale, fayyee'llee waan maraa qulqulleessee arguu, jala ni qabe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Yesuus ammallee harka ufii ija namichaa irra kaaye. Hennaa san namichi guuttatee laale. Ijji isaa fayyitee waa maraa midhaassee arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:25
9 Referans Kwoze  

Badhaadhumma'aa fi beekkomsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.


Isin ammoo dukkana keessaa gara ifa isaa ka maalale'eetitti ka isin waame, dhaloota mishummaa isaa dubbatu'uuf filatame, gadicha mooti'ii, banii woyyu'uu fi gosa ristii isaatiif fooyame.


Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf.


Ka qabuuf, itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf, ka hin qabne ammoo ka qabu sunuu irraa fudhatama.


Namichi ol jedhee laalee, «Ee, namoota arga'aara; haata'uu ammoo akka muka deemuu na fakkaatan» jedhe.


Achiin maayessa Yesuus, «Ganda keessa hin deddeemn, eennuttillee hin himin» jedhee namicha gara mana isaa erge.


Inni deemnaan gara sami'ii xiinxallanii uduu lala'aaran namoonni lamaan uffata adii uffatan ladda isaanii dhaabatan.


Namni kunillee Phaawuloos hennaa dubbatu caqasa'aa ture. Innillee fayyu'uuf akka inni amantaa qabu hennaa arge,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite