Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Yesuusii fi darasoonni isaa gara Beetasaayidaa dhufan. Jarri tokko namicha ballaa tokko gara isaa fidanii akka inni harkaan qaqqabu kadhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Gara Betsayida'aa yeroo gayetti'llee namoonni namicha jaamaa tokko gara Yesusii ni fidan, akka qaqabuuniif'llee ni kadhataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Yesuusii fi darasoonni isaa gara Beetasaayida'aa dhufan. Jarri tokko nama ijji isaa hin argine tokko gara isaa fidanii akka inni harkaan qaqqabu kadhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:22
14 Referans Kwoze  

Kurraasii, si aanne'e! Beetasayidaa'a, si aanne'e! Maalaleen isin keessatti godhame Xiroosii fi Siidonaa keessatti uduu godhamee jiraatee, silaa baniin achii yoosuu uffata gaddaa uffatanii, daaraa ufitti firfirsanii, silaa bara dheera'aan duratti cubbuu irraa deebi'aniiran.


Yoosuu uduu Yesuus banii geegessa'aaru darasoonni yabala keessa seenanii gara Beetasayida'aa firrisanii akka lufan isaan ajaje.


Kurraazi, sii aanne'e, Beetasayidaa, sii aanne'e maalaleen isin keessatti ta'e, Xiroosii fi Siidoona'atti uduu ta'ee jiraatee uffata gufufaa uffatanii daaraa irra taa'anii silaa duruu agii galan.


Isaan gara Beetasayidaa Galiilaa keessa jirtuu gara nama Filiphoos jedhamuu dhaqanii, «Gooftaa'a, Yesuusiin arguu feena» jedhanii kadhataniin.


Ganamaan Yesuus gara Galiila'aa ol bawuu barbaadee, Filiphoosiin argee, «Na faana koottu!» jedheen.


Namoonni afurii nama laamshayeeru tokko baadhatanii gara isaa fidan.


Inni harka isi'ii hennaa qaqqabe haxaxxeenii fi oo'i isii dhiise. Isiinillee kaatee isaan tajaajilte.


Achiin maayessa Yesuus, «Akka amantaa keessanii isinii haa ta'u jedhee ija isaanii qaqqabe.


Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.


Ergamtoonnillee deebi'anii waan hojjatan maraa isatti himan. Innillee isaan qabatee qachaa Beetasayidaa jedhamtu bira hojjuma isaa gara lafa udume'ee dhaqe.


Qaccema uffata isaa callaa tuqanii fayyu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqe maruu hin fayye.


Namoota heddu waan fayyiseef, worri rakkoo qaban martinuu harkaan isa qabu'uuf gara isaa wol dhidhiiban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite