Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Hennaa ani xoroshoo shanii namoota kuma shaniif caccabse, hambaa hafe gindoo hagamii kaaftan?» isaanillee «Kudha lama» jedhanii deebisaniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Haa ta'u malee buddeena shanan namoota kuma shaniif yeroo kukkutee kennetti, hambbaa isaa ginddoo meeqa guutuu kaafttan?» Isaan'llee, «Ginddoo kudha lama guutuu» ni jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Hennaa ani xoroshoo shanii namoota kuma shaniif caccabsee kenne hambaa hafe masoobii hagam kaaftan?» isaanillee, «Kudha lama» jedhanii deebisaniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:19
4 Referans Kwoze  

Swiv nou:

Piblisite


Piblisite