Wongeela Maarqoos 8:16 - WAADAA LAMMATAA16 Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana nuun jedha» jedhanii woliin qaaqan. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Isaan'llee, «Kana jechuun isaa yookiin waan nu'u buddeenna hin qabnneef ta'a» jedhanii, ufii isaaniitii woliin ni haasayan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana nuun jedha» jedhanii woliin qaaqan. Gade chapit la |