Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Yesuus isaaniin, «Laalladhaa'a! raacitii Fariisotaatii fi Heroodiisii irraa uf-eeggadhaa'a» jedhee isaan seere.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yesus'llee, «Shiishaa Fariisotaatii fi Heerodisii irraa ufi eeggadhaa!» jedhee, isaan ni ajaje.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Yesuus isaaniin, «Laalladhaa'a! raacitii Fariisotaatii fi Heroodiisii irraa uf eeggadhaa'a.» jedhee isaan seere.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:15
21 Referans Kwoze  

Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa waan inni dubbatuun isa qabu'uuf jedhanii, worra Fariisotaatii fi worra gara Heroodisii ta'an keessaa jara tokko Yesuusitti ergan.


Rabbi waan maraa lubbu'uun jiraachisu'uuf, Yesuus Kiristoosii Philaaxoosii Pheenxenicha afo'otti amanamummaa mishaa rage afo'otti si ajaja.


Bara san bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,


Waan kana isaan qaabsis, dubbi'iin akka wol hin dhabne, Rabbiin afo'otti gorsi. Kun waan faayidaa hin qabne, worra dhagayullee waan diiguuf.


Tokkochallee uduu wol hin caalchifne gara tokkoo uduu hin dabne akka eedu Rabbii Gooftaa Yesuus Kiristoosii fi Maleekkota filataman afo'otti si gorsa.


«Jireenni namaa guddinna qabeennaatiin waan hin taaneef, uf eegadhaa'a, dhara maraa irraa uf eegaa'a» isaaniin jedhe.


Heroodis sababaa Heroodiyaadaa haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosiitiif jedhee, Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisisee ture.


Haata'uu ammoo guyyaa ayyaana dhaloota Heroodiisii mucattiin Heroodiyaada'aa isaan jiddu'utti sirbiteeti, Heroodiisiin guddiftee gammachiifte.


Darasoonni dhalee qabachuu waan irraanfataniif xoroshoo tokkottii malee yabala keessaa womaa hin qaban.


Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana nuun jedha» jedhanii woliin qaaqan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite