Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Achiin maayessa, inni achumatti isaan dhiisee yabala keessa seenee gama ceeye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Isaan dhiisee'llee deebi'ee hoboloo yaabbatee, gara gamaa ni ce'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Achiin maayessa inni achumatti isaan dhiisee yabala keessa seenee gama ceeye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:13
15 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo hennaa isa mormanii fi arrabsaniin uffata ufii hargufata'aa balleessaa keessaniif isintu gaafatama. «Ani qulqullu'u ammaa achi gara worra Yihuudota hin taanee deema» isaaniin jedhe.


Ijoollee ifaa akka taataniif, uduu ifa qabdan ifatti amanaa'a» isaaniin jedhe. Yesuus kana dubbatee, lixee isaan jalaa miliqe.


Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.


Baniin naannoo biyya Gergesenoon jiru maruu waan guddisanii sodaataniif, akka Yesuus isaan biraa lixu isa kadhatan. Innillee yabala keessa seenee achii deeme.


Waan isaanii dhiisaa'a; isaan ballaa ballaa masakku. Ballaan ballaa yoo masakke lamaanuu wol qabatanii boollatti badan» jedhe.


«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


Inni hafuura guddaa baafatee, «Dhaloonni kun maaf malkata barbaadan? Dhuga'aan isiniin jedha, dhaloota kanaaf malkanni hin kennamuuf» jedhe.


Darasoonni dhalee qabachuu waan irraanfataniif xoroshoo tokkottii malee yabala keessaa womaa hin qaban.


Markaba gara Adiraamixiisii daangaa Isiya'aatiin deemuuf ta'u keessa seennee achii kaane. Namichi Maqedooniya'aa Arixirokkoosiin Tasolonqe'eellee nu woliin ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite