Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Inni hafuura guddaa baafatee, «Dhaloonni kun maaf malkata barbaadan? Dhuga'aan isiniin jedha, dhaloota kanaaf malkanni hin kennamuuf» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yesus ufi keessatti hafuuraan kadhachu'uun, «Dhaloonni bara kanaa maalaleen akka isaa taasfamuuf, maali'iif barbaadaa? Dhugamaan isiniin jedha, dhaloota kanaaf maalaleen woyiituu hin taasfamuuf!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Inni hafuura guddaa baafatee, «Dhaloonni kun maaf malkata barbaadan? Dhuga'aan isiniin jedha, dhaloota kanaaf malkanni hin kennamu!» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:12
15 Referans Kwoze  

Gara sami'ii ol jedhee laalee, hafuura guddaa baafatee, «Efaataa» jedheen. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.


Dhaloonni hamaanii fi seebaraan malkata barbaada; malkata raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf» isaaniin jedhe. Achiin maayessa Yesuus isaan dhiisee deeme.


Yesuusillee hennaa Yeruusaalemitti dhiyaate, qachaa san argee akkana jedhee booyeef.


Yesuus deebisee, «Isin dhaloota hin amanne! haga yoomii isin woliin jiraadha? haga yoomii isinii obsa? mucaa gara kiyya as fidaa'a!» jedhe. Isaanillee mucaa gara isaa fidan.


Amantaa dhabuu isaaniitiinillee guddisee maalale. Yesuus gandoota biraatii gara ganda biraa naannaya'aa barsiisa'aa ture.


Innillee gar-jabeenna isaaniititti akka malee gaddee, aari'iin garagalee isaan laalee, namicha naafata'aan, «Harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee harka ufii diriirse; harki isaallee hin fayye.


Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni gariin, «Barsiisaa'a! Nu akka ati malkata nutti mudhiftu barbaanna» jedhaniin.


Achiin maayessa, inni achumatti isaan dhiisee yabala keessa seenee gama ceeye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite