Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 8:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Fariisonni qoru'uuf bayanii malkata samii irraa akka itti mudhisu isarraa barbaadanii isaan wol mormuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Fariisonni gara Yesusii dhufaniiti isaan woliin mormmuu jala ni qaban, isa qormaatuuf'llee yaadanii sami'ii maalalee tokko akka isaanitti muldhisuuf, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Fariisonni qoru'uuf bayanii malkata samii irraa akka itti mudhisu isa irraa barbaadanii isaan wol mormuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 8:11
27 Referans Kwoze  

Akkuma isaan keessaa gari gariin Gooftaa qoranii bofaan dhuman, nullee akka Gooftaa hin qorre.


Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni gariin, «Barsiisaa'a! Nu akka ati malkata nutti mudhiftu barbaanna» jedhaniin.


Kanaafuu Yesuus, «Malkataa fi maalalee yoo argitan malee sirima hin amantan» jedheen.


Kuuwwanillee isa ataabu'uuf samii irraa malkata akka isaanitti mudhisuu soqa'a turan.


Pheexroosillee, «Ayyaana Goofta'aa sobu'uuf maaf wolii galtan? worri abbaa manaa kee awwaale kunoo balbala jiran; sillee baatanii baasan» isi'iin jedhe.


Bulchoota yookiin Fariisota keessaa ka isatti amane jiraa?


Eeganaa, «Arginee akka amannuuf maalaleeni ati gootu maali'i? Maal hojjattalle'e?


Beekaan seera Muuse'ee tokko waan Yesuus jedhu laalu'uuf ol ka'ee, «Barsiisaa'a, jiruu bara baraa argachu'uuf maal godhuu na barbaachisaa?» jedheen.


Inni ammoo fakkeessitoota ta'uu isaanii waan beekeef, «Isin maaf na ataabdan? Mee laalaa, saantibii tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.


Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni hennaa inni worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaatu arganii, barattoota isaatiin, «Inni maaf worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaata'aa dhuga?» jedhan.


Hennaa san worri Saduqootaa ka du'aa ka'insi hin jiru jedhan gara isaa dhiyaatanii akkana jedhanii isa gaafatan.


Yesuus ammoo, hammeenna isaanii beekee, «Isin fakkeessitoota maaf haga kiyya na laaltan?


Kanaafuu Fariisoonni deemanii attam godhanii dubbi'iin akka isa qaban mari'atan.


Gara mana woyyuu seenee uduu barsiisu, bulchoonni gadootaa, manguddoonninii fi gumiin gara isaa dhiyaatanii, «Ati baallii maali'itiin waan kana goota? baallii kana eentu sii kenne?» jedhaniin.


Worri Fariisotaa gariin gara Yesuusii dhufanii, isa qoru'uuf, «Namni tokko sababaa kamiinuu haadha manaa ufii gadi dhiisuun seeraa?» jedhanii isa gaafatan.


Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uuf isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammoo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.


Yesuus, «Wonti isin irratti wol mormitan maali'i?» jedhee isaan gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite