Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe: «Aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii ajaja Rabbii guddiftanii tuffattan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Itti aanssee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Aadaa keessan eeggachu'uuf jettanii ajaja Waaqaa ni dhiifittan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii ajaja Rabbii guddiftanii tuffattan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:9
16 Referans Kwoze  

Badhadha Rabbii hin gatadhu. Qajeellummaan karaa seeraatiin yoo ta'e, eegasuu Kiristoos akkanumaan du'e!


Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif, dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma kanniin ka fakkaatu waan heddu gootan.


Fariisonninii fi Yihuudonni maruu seera manguddootaa eegu'uuf harka ufii midhaasanii uduu hin dhiqatin hin nyaatan.


«Ani Rabbi jedha'aa» labsi'iin hima'aa, haga mana woyyuu Rabbii keessatti, worra Waaqa jedhaman maraa caalaa, ka namoonni kaddaaman maraa ol ka uf qabuu fi morma'a.


Eegasuu seera amanta'aa diinnaa ree? Miti. Seera jabeessinee qabanna malee.


Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tantee akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisaanii harka xuri'iitiin maaf hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Ka dhufullee ka nu isinitti hin himne Yesuusii biraa yoo isinitti hime yookiin Ayyaana hin arganne ka addaa yookiin Oduu Nagayaa hin fudhanne ka addaa yoo argitan akka misha'atti obsitan.


Aadaa abbootaatiifillee akkamalee hinaafa'aa, firoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite