Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Aadaa namaa akka ajaja Rabbiititti barsiisa'aa, na kaddaamuun isaanii gatii hin qabu› ka jedhe dhuga'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Seera naminni baase akka seera Waaqaa taasisanii barsiisa'aa, tasaan ana ni Waaqeffatan!› jedhamee, raaginni dubbatame sirri'i.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Aadaa namaa akka ajaja Rabbiititti barsiisa'aa, na waaqeffatuun isaanii gatii hin qabu› ka jedhe dhuga'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:7
15 Referans Kwoze  

Baniin kun ajaja namaa akka seera Rabbiititti barsiisa'aa, ufii ammoo, duwwama na kaddaamani› ka jedhe dhuga'a» jedhe.


Namni arraba ufii uduu hin eenne, onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin kaddaamu fakkaatu eennullee yoo jiraate, kaddaamuun isaa duwwa'a.


Akka seeraa fi barumsa namaatiin ajaja worra «Hin qabin, hin dhandhamin, hin tuqin, jedha'aa Adunya'aaf jiraataniititti maaf bitamtan? Kunniin maruu uduma hojjataman badu'uuf murteeffameera.


«Hennaa faateeffattan akka worra Yihuudota hin taanee, dubbii bu'aa hin qabne irra hin deddeebi'inaa'a; isaan dubbii guddisu'uun waan Rabbi isaanii dhagayu seeyan.


Atillee qorachuu gowwummaa seenaa dhalootaatiif mormii waan seeraa irratti wol loluu irraa fagaadhu; duwwa'aa fi waan hin fayyanne.


Raaga Kitaaba kana irratti barreffame kana ka dhagayu maraafuu ani hin raga. Eennullee kana irratti waan tokko yoo eda'e, Rabbi balaa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isarratti raawwata.


Ati nama gowwaa amantaa huji'iin addaan baye ka du'e akka ta'e beekuu feetaa?


Kiristoosillee du'aa yoo hin kaanee, eeganaa lallabni keenna duwwa'a. Akkasuma amantaan keessanillee duwwa'a. Akkasuma maruu Kiristoosiin jiraattota waan ta'aniif.


Kanaaf obboleeyyan tiyya! Jaalatamtoota dadhabbiin keessan, Goofta'aan duwwaa akka hin taane, waan beettaniirtaniif, worra midhaaffatan ka hin sochoone worra hujiin Goofta'aa hennaa maraa isinii baay'ate ta'aa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite