Wongeela Maarqoos 7:6 - WAADAA LAMMATAA6 Inni ammoo deebisee, «Bada fakkeessitoota, Isaayyaas waan keessan raagee, ‹Baniin kun afaaniin na kabajjan, garaan isaanii narraa fago'o. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isin fakkeessitoota nana! Isaayaas waayee keessan, ‹ummanni kun afaanuma qofaan ana kabaja malee, onnee isaatiin ana irraa ka fagaatee! Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Inni ammo deebisee, «Bada fakkeessitoota, Isaayyaas waan keessan raagee, ‹Baniin kun afaaniin na kabajja; garaan isaanii na irraa fago'o. Gade chapit la |