Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tantee akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisaanii harka xuri'iitiin maaf hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Kanaaf Farisonnii fi barsiisonni seeraa, «Barattoonni kee aadaa jaarsotaa dabrru'uun, waayee maali'iif uduu harka isaanii hin miicatin buddeena nyaatan?» jechu'uun, Yesusiin ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tee maaf akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisanii harka xuri'iitiin hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:5
12 Referans Kwoze  

Obboleeyyan tiyya! Worra worra huji'iif seera malee deemaniif worra akka aaloo nu isinii dabarsineetiin hin jiraanne maraa irraa akka fooyamtan maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin isin ajanya.


Ijoolleen isaanii akka hin gadoomne seeraan akka hin jiraanne, Yihuudonni worra Yihuudota hin taane jidduu jiran maruu Muusee akka ganan akka waan ati barsiiftuu waan kee isaanitti himaniiran.


Aadaa abbootaatiifillee akkamalee hinaafa'aa, firoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.


Rifeensa isaanii akka haadatan birrii keenniif; isaan maruu waan kee ka dhagayan duwwaa akka ta'e atillee akkasuma nama seera eega'aa jiraatu akka taate hin beekan.


«Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.


Worra gadoomaniif abbaa akka ta'u, akkasuma worra gadooman calla'aafii miti, Haata'uu ammoo abbaan keenna Abrahaam uduu hin gadoomin amantaa soquun isaaf qofa uduu hin ta'in worra duukaa bu'aniifille'e.


Sirima hujii uduu hin hojjanne waan namaa keessa gaala'aa seera malee isin keessa worra deemaniif waan namoota gari gari'ii dhageenneerra.


Isin ajaja Rabbii dhiiftanii xuwwe'ee fi ottee dhiqu'uun seera namaa eeddan. Kanaaf waan kana fakkaatu waan biraallee waan heddu gootan» isaaniin jedhe.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe: «Aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii ajaja Rabbii guddiftanii tuffattan.


Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif, dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma kanniin ka fakkaatu waan heddu gootan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite