Wongeela Maarqoos 7:4 - WAADAA LAMMATAA4 Gabaya'aa yoo deebi'an uduu ufi hin qulqulleesin hin nyaatan. Aadaan isaan kabajjan ka biraallee heddutu jira; isaanillee kobbee, ottee, qorii waan akka sibiilaa irraa hojjatamee fi siree fa'a dhiqu'u. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Akkuma kanaan gaba'aa yeroo deebi'antti miicatan malee hin nyaatan turan, waaccaa, ottee, meeshaawwan sibiila diima'aatii fi siree, akka miicu'uu ka jiru, ka bira'aa'llee aadaa baayi'ee ni eeggatan turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Gabaya'aa yoo deebi'an uduu uf hin qulqulleessin hin nyaatan. Aadaan isaan kabajjan ka biraallee heddutu jira; isaan kobbee, ottee, qorii, waan akka sibiila irraa hojjatamee fi siree fa'a dhiqu'u. Gade chapit la |