Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Fariisonninii fi Yihuudonni maruu seera manguddootaa eegu'uuf harka ufii midhaasanii uduu hin dhiqatin hin nyaatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Fariisotaa fi ka hafan aadaa jaarsotii worra Yihudotaa eegu'uun, harka isaanii seeraan yoo hin miicatin, hin nyaatan turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Fariisonninii fi Yihuudonni maruu seera manguddootaa eegu'uuf harka ufii midhaassanii uduu hin dhiqatin hin nyaatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:3
10 Referans Kwoze  

Aadaa abbootaatiifillee akkamalee hinaafa'aa, firoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.


Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif, dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma kanniin ka fakkaatu waan heddu gootan.


Akka barumsa Kiristoosiititti uduu hin taane, akka aadaa namaatiif akka nama adunyaa tanaa akka barumsa duraa waa uumu'uun soba'aa eennullee akka isin hin boojine uf eegaa'a.


Jireenna duwwaa abboota keessan irraa dhaaltaniif waan lufu birrii yookiin worqi'iin uduu hin taane, dhiiga Kiristoosii ka gatii gudda'aa ka akka dhiiga korbeessa muda'aa fi xurii hin qabneen akka furamtan hin beettan.


Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tantee akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisaanii harka xuri'iitiin maaf hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Fariisichi sun akka inni nyaataan dura harka ufii hin dhiqanne argee maalaleen.


Yihuudonni aadaa ufi qulqulleessu'uu waan qabaniif, gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin martinuu waabaa lama yookiin sadi qabata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite