Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Dubartiin takka ta mucattiin isi'ii ayyaana batti'iin qabamteertu, gurra Yesuusii dhageettee dhuftee, luka isaa jalatti jidde.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Mucattiin isi'ii hafuura batti'iin ta jalaa qabamtte dubarttiin takka, waayee Yesusii dhageettee bakkumatti dhufitteeti, miila isaa jalatti ni kuftte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Dubartiin takka ta mucattiin isi'ii ayyaana batti'iin qabamteertu gurra Yesuusii dhageettee dhuftee luka isaa jalatti jidde.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:25
10 Referans Kwoze  

Achiin maayessa dubartiin biyya Kana'aanii takka hulee sanii dhuftee, «Ilma Daawitii, Gooftaa'a! Mucattii tiyya jinniin dhayee waan rakkata'aartuuf, naa fayyisi» jedha'aa iyyite.


Kallacha isaatiin luka Yesuusii irratti kufee isa galateeffate. Inni sun nama Samaariya'aati.


Dubartittiin ammoo waan isi'ii godhame beettee sodaata'aa, hollata'aa, dhuftee luka isaa jalatti kuftee, dhugaa maraa itti himte.


Namichi dhibee gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee jilbiinfatee, «Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedhee kadhateen.


Yesuus achii ka'ee gara biyya Xiroosiitii fi Siidoona'aa dhaqee gara mana tokkoo seene. Akka inni achi jiru eennullee akka beeku hin barbaanne; haa ta'uu ammoo dhokachuu hin dandeenne.


Dubartittiin sun nama Giriikii ti; isiin biyya Sooriya'aa keessatti hulee Finiiqee jedhamtutti dhalatte. Isiin akka mucattii isi'ii keessaa jinnii baasuuf Yesuusiin kadhatte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite