Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Darasoota isaa keessaa gari gariin uduu hin dhiqanne harka xuri'iitiin xoroshoo uduu nyaatan arganii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Barattoota Yesusii keessaa tokko tokkoon isaanii harka seeraan hin qulquleefamin jechuun harka hin miicaminiin, buddeena yoo nyaatan isaan ni argan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Darasoota isaa keessaa gariin uduu hin dhiqanne harka xuri'iitiin uduu xoroshoo nyaatan argan;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:2
12 Referans Kwoze  

«Namni Yihuudi'ii gosa biraa woliin taa'uu yookiin itti dhiyaachuun akka seera hin taane isinuu hin beettan; anatti ammoo Rabbi nama kamiinuu battaaya'aa fi ka tuffatame akka hin jenne natti mudhise.


Wonti battii ta'e akka hin jirre, ani Gooftaa Yesuusiin keessa ta'ee beekeera, hubadheeralle'e. Haata'uu ammoo wonti kamuu battii akka ta'e ka laakkayuuf isaa battima.


Anillee, ‹Gooftaa kiyya! Hin ta'u; waan battaaya'aa fi ka tuffatame horomaa afaaniin qabee waan hin beenneef› jedhe.


«Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.


Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tantee akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisaanii harka xuri'iitiin maaf hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Fariisichi sun akka inni nyaataan dura harka ufii hin dhiqanne argee maalaleen.


Namni Ilma Rabbii tuffate, waadaa dhiiga ittiin qulqullaaye san ka akka batti'iititti laakkaye, ka Ayyaana badhaadhaa arrabse adabbiin maraa caalu isa irratti waan hin taane seetanii?


Worra kitaaba Hoolaa Rabbii keessatti barreeffamanii achi wonti shakkisiisaan maruu worri waan hama'aa fi soba hojjatan sirima isii keessa hin seenan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite