Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif, dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma kanniin ka fakkaatu waan heddu gootan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Haala kanaan'llee aadaa keessan eegu'uuf jettanii, dubbii Waaqaa ni diigiddan. Akkuma kana wonittoota kana fakkaatan waan baayi'ee ni raawwattan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma waan kanniin fakkaatu waan heddu gootan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:13
14 Referans Kwoze  

Yesuusillee akkana isaaniin jedhe: «Aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii ajaja Rabbii guddiftanii tuffattan.


Fariisonninii fi Yihuudonni maruu seera manguddootaa eegu'uuf harka ufii midhaasanii uduu hin dhiqatin hin nyaatan.


inni abbaa fi [haadha ufii] kabajjuu hin barbaachisu› jettan; aadaa teessaniif jettanii, seera Rabbii diiddan.


Nama wol caalchisuu, barumsa sobaa, dhiibbifatuu, ajjeesuu, machii, sirbaa fi ka kanniin fakkaatu; akkuma kanaan dura isinitti hime, worri waan kana godhan horoma jeennata hin galan.


Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tantee akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisaanii harka xuri'iitiin maaf hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Achiin maayii haadhaa fi abbaa ufiitiif waan tokkollee akka godhu hin hoffolchitan.


Akkasuma baniillee waamee, «Isin martinuu na dhageeffadhaa'a; qalbeeffadhalle'e.


Aadaa abbootaatiifillee akkamalee hinaafa'aa, firoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite