Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isin ammoo namni tokko haadhaa fi abbaa ufiitiin, ‹Wonti isinii kennuu na barbaachisu, Rabbiif kennameera› yoo jedhe,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isin garuu akkana jettan, ‹naminni tokko abbaa isaa yookiin haadha isaa gargaaruu irra, abbaa fi haadha isaatiif raawwachuu waan qabu maraa, kennaa Waaqaaf dhiyeesse› yoo isiniin jedhe,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isin ammo namni tokko haadhaan yookaan abba'aan ‹gargaarsa na irraa argattan maraa kennaa godhee kenneera› uduu isaaniin jedhee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:11
6 Referans Kwoze  

Isin, ‹Namni mi'a kennaa Rabbii ittiin dhiyeessuun yoo kakate, kakuun sun isa hin geettu; haata'uu ammo, namni kennaa irra jiruun yoo kakate, kakuun sun isa geetti› jettan.


Isin ammoo, ‹Namni tokko abba'aan yookiin haadhaan, gargaarsi isin na biraa argata'aa turtan Rabbiif kenneera yoo jedheen,


Bulchoonni gadootaa birrii san fuudhanii, «Birriin kun gatii dhiigaa waan ta'eef, kennaa Mana Woyyu'uutitti makuun seeraa miti» jedhan.


Achiin maayii haadhaa fi abbaa ufiitiif waan tokkollee akka godhu hin hoffolchitan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite