Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Muuseen, ‹Haadhaa fi abbaa kee kabajji!›, ‹Haadhaa fi abbaa ufii ka abaaru haa ajjeefamuu› jedhee ajajeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Museen, ‹abba'aa fi haadha kee kabaji, akkuma kana abbaa isaa yookiin haadha isaa irratti waan hamaa naminni dubbatu, du'aan ni adabama› jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Muuseen, ‹Haadhaa fi abbaa kee kabajji! Ka haadhaa fi abbaa ufii abaaru haa ajjeefamuu› jedhee ajajee waan tureef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:10
9 Referans Kwoze  

Rabbi, ‹Abbaa keetii fi haadha tee kabajji!› akkasuma, ‹Namni abbaa ufii yookiin haadha ufii arrabsu horomaa du'uu barbaachisa qaba!› jedhee seere.


Ati seera ‹Hin ajjeesin, hin seebarin, hin hatin, dharaan namarratti ragaa hin bayin, hin sobin, Abba'aa fi haadha tee kabajji› jedhu hin beetta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite