Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 7:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa worri Yeruusaalemii dhufan gari gariin Yesuusiin biratti wolgayan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Fariisotaa fi barsiisonni seeraa worri Yerusaalemii dhufan tokko tokko, gara Yesusii dhufanii naannaya isaa titti, wol ni gayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa worri Yerusaalemii dhufan gariin Yesuusiin biratti wol gayan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 7:1
5 Referans Kwoze  

Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yeruusaaleemii dhufan ammoo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan.


Innillee guyyaa tokko barsiisa'aa oole. Gandoota Galiilaatii fi Yihuudaa keessatti argaman maraa keessaa maruu Yeruusaalemii dhufanii, Yerusaalemiillee worri dhufanii turan Fariisotaa fi barsiisonni seera Muuse'ee achi taa'aniiran. Innillee akka Fayyisuuf hunni Goofta'aa isa woliin jira.


Darasoota isaa keessaa gari gariin uduu hin dhiqanne harka xuri'iitiin xoroshoo uduu nyaatan arganii,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite