42 Maruu nyaatanii quufan.
42 Marrinuu nyaatanii ni quufan.
Marti isaaniituu nyaatanii quufanii hambaa isaan irraa hafe xoroshoo gindoo kudha lamaa guutuu isaan jalaa fuudhan.
Innillee haga quufaniin maayii darasootaan, «Wonti tokko uduu hin hafin hambaa hafe marumaa wolitti qabaa'a» isaaniin jedhe.
Yesuusillee xoroshoo shanii fi qurxummii lamaan san fuudhee, gara sami'ii ol laalee galata galchee, xoroshoo san caccabsee akka isaan namootaa qoodan darasoota ufiititti kenne. Qurxummii lamaanillee maruma isaaniitiif qoode.
Hambaa xorosho'ootii fi qurxummi'ii masoobii kudha lamaa guutuu kaasan.