Wongeela Maarqoos 6:41 - WAADAA LAMMATAA41 Yesuusillee xoroshoo shanii fi qurxummii lamaan san fuudhee, gara sami'ii ol laalee galata galchee, xoroshoo san caccabsee akka isaan namootaa qoodan darasoota ufiititti kenne. Qurxummii lamaanillee maruma isaaniitiif qoode. Gade chapit laWaadaa Haarawa41 Yesus'llee buddeenna shanii fi qurxummii lamaan ol fuudhee, gara sami'ii ol jedhee laaleeti ni eebbise, buddeena'llee kukkutee namootaa akka qoodaniif barattoota isaa titti ni kenne. Akkuma kana qurxummii lamaan'llee maraafuu ni qoode. Gade chapit laKitaaba Woyyuu41 Yesuus xoroshoo shanii fi qurxummii lamaan san fuudhee gara sami'ii ol laalee galata galchee, xoroshoo san caccabsee akka isaan namootaa qoodan darasoota ufiititti kenne. Qurxummii lamaanillee maruma isaaniitiif qoode. Gade chapit la |