Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 6:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Yesuusillee, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufii, fira ufiitii fi mana ufiititti hin kabajjamu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yesus garuu, «Nabiyyiin kaaniin biratti ni kabajama, biyya isaa titti, firoota isaatii fi maatii isaa jiddu'uutti garuu ni tuffatama» jechu'uun, isaanii ni deebise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuusillee, «Raanni tokko biyya biraatitti malee biyya ufii, fira ufiitii fi mana ufiititti hin kabajjamu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 6:4
6 Referans Kwoze  

Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.


Lammaffaallee, «Ani dhugamaan isinitti hima, raattichi kamuu biyya ufiititti fudhatama hin qabu.


Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.


Yesuus achiillee bayee gara qachaa ufii dhaqe; darasoonnillee isa faanaa deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite