Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 6:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Heroodis guyyaa qaabachuu dhalatuu ufii kabajju'uuf, hoggantoota, ajajoota loltuu kumaatii fi bulchoota Galiila'aatii hennaa nyaata qopheesse, Herodiyaadaan karaa argatte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Heerodis guyyaa itti dhalate kabaju'uuf namoota aangoo qaban ka mootumma'aatiif, filatamittoota woraanaa, namoota Galiila'aa ka beekkaman jiraattotaaf afeerrii ol aanaa ni taasise, kun'llee Heerodiyaada'aaf carraa mishaa ni ta'eef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Heroodis guyyaa qaabachuu dhalatuu ufii kabajju'uuf hoggantoota, ajajoota loltuu kumaatii fi bulchoota Galiila'aatii hennaa nyaata qopheesse, Herodiyaadaan karaa argatte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 6:21
15 Referans Kwoze  

Raattonni lamaan kunniin worra lafa irra jiraatan waan rakkisaniif isaanitti gammadan gammachu'uun jiraatan, kennaa wolii kennan.


Barri fedhii worra Yihuudota hin taanee gootan wol qirqissu'uuf, hawwiin foonii machaayyuu, sirbuu, akka malee dhuguu, hulee shinga'aatitti argamu'uu fi waaqolee tolfamaa kaddaamuun barri akkasii sun isin gaya.


Hennaa Qeesaari Xabaariyos mooye woggaa kudha shanaffa'aatitti Pheenxeenichi Philaaxoos bulchaa biyya Yihuuda'aa ture, Heroodisi biyya Galiila'aatitti, obboleessi isaa Filiphoos biyya Xuriya'aatii fi Xuraakondoositti, Lisaaniyaasillee biyya Saabilamiisiititti bulchitoota turan.


Bariisaa Agiirpha'aa fi Barniiqeen gaachena gudda'aan dhufanii, ajajaa loltuu kumaatii fi hangafoota qacha'aa woliin gara mana murte'ee seenan. Fiisxoos ajanyaan Phaawuloosiin fidan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite