Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 6:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Guyyaa Sambata Diqqa'aa Inni Mana sagada Yihuudotaatitti barsiisuu jalqabe. Worri isa dhagayan heddu isaanii maalalfatanii, «Namni kun waan kanniin eessaa argate? Ogummaa attamiititu isaa kennameera? Baasa akkanaa kanniin attamitti huja?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Guyyaa sanbbataatiin bakka woligayii isaanii titti barsiisuu jala ni qabe, namoonni baay'een'llee achitti argamanii ni dhageeffataniin turan, isaan'llee, «Naminni kun waan kana mara eessaa argate? ogummaa attamiititu isaaf kennamee jira? Wonittoota baasotaa kanniin hoo ka raawwatu attamitti?» jedha'aa, ni maalaliffatan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Inni guyyaa Sambataatiin mana sagada Yihuudotaatitti barsiisuu jalqabe. Worri isa dhagayan heddu isaanii maalalfatanii, «Namni kun waan kanniin eessaa argate? Ogummaa attamiititu isaa kennameera? Baasa akkanaa kanniin attamitti huja?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 6:2
11 Referans Kwoze  

«Kun Yesuusii ilma Yooseefii ka haadhaa fi abbaa isaa beennu mii? Eeganaa attamitti, ‹Sami'ii bu'e› jedha ree?» jedhan.


Yihuudonnillee, «Namni kun uduu hin baranne kitaabbilee attamitti beeka?» Jedha'aa maalalfatan.


Yesuusillee manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa deddeeme.


Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.


Innillee mana sagada Yihuudotaa keessatti barsiisaa ture, namni maruu isa jaje.


Mana sagada Yihuudotaatitti lallaba'aa, jinniillee baasa'aa biyya Galiila'aa keessa deeddeme.


Yesuus bakka sanii ka'ee gara biyya Yihuudaatii fi laga Yordaanosi gama dhaqe. Ammallee gumiin guddaan gara isaa dachaanaan, inni akkuma amala ufii isaan barsiise.


Worri isa dhagayan martinuu beekkomsa isaatii fi deebii inni deebisu maalalan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite