Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 6:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Heroodis hennaa waan kana dhagaye, «Kun Yohaannisii ani morma isaa mursiisetu du'aa ka'e» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Heerodis garuu kana maraa dhagayee, «Kun ka ani mormma isaa murssiise Yohaannis, kunoo! Inni du'aa ka'ee jira!» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Heroodis hennaa waan kana dhagaye, «Kun Yohaannisii ani morma isaa mursiisetu du'aa ka'e» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 6:16
8 Referans Kwoze  

Heroodisillee, Yohaannis ka ani morma isaa mursiise. Namni ani amma waan isaa dhagayu kun eennu? jedhee isa kana argu'uuf barbaada'aa ture.


«Ani dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee waan kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin.


Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera. Kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatamte» jedhe.


Worri kuuwwan, «Inni Eeliyaasi» jedhan; kuuwwan ammoo, «Inni raattota durii keessaa tokko» jedhan.


Heroodis haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosii Heroodiyaadaa fuudhee ture; inni isi'iif jedhee itti ergee Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite