Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 6:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Jinnii hedduu baasanii dhukkubsattoota hedduullee Zayitii itti diba'aa fayyisan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Jinniiwwan baayi'ee'llee ni baasan, namoota baayi'ee'llee zayiitii ejerssaa diba'aa ni fayyisan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Jinnii hedduu baasanii dhukkubsattoota hedduullee sayitii itti diba'aa fayyisan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 6:13
4 Referans Kwoze  

Namoonni torbaatamii lamaa gammachu'uun gara isaa deebi'anii, «Gooftaa keenna!, maqaa keetiin jinniinillee nuuf ajajame» jedhaniin.


Achiin maayii inni darasoota kudha lamman gara ufii waamee, ayyaannan battii irratti baallii kenneefii, lama lama godhee isaan erge.


Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite