Wongeela Maarqoos 5:9 - WAADAA LAMMATAA9 Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu heddu waan taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Yesus'llee, «Maqaan kee eennu?» jedhee ni gaafateen, inni'llee, «Baayi'eewwan waan taaneef maqaan kiyya Leegewoon» jechu'uun, ni deebiseef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu waan heddu taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise. Gade chapit la |