Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus, «Ayyaana battii, nama kana keessaa bayi» waan isaan jedheeruuf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kana'llee sababaan jedheef, «Ati hafuurri battiin nama kana keessaa bayi!» jedhee, ajajeenii waan tureef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus, «Ayyaana battii! nama kana keessaa bayi» waan isaan jedheeruuf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:8
5 Referans Kwoze  

Waan kana guyyaa heddu goote. Phaawuloos ammoo rakkateeti uf duuba midhatee ayyaanni hamaan isii keessaa akka bayu, «Maqaa Yesuus Kiristoosiitiin si ajaja» jedhe; Yoma san isii keessaa baye.


Yesuusillee, «Cadhisi! Isa keessaa bayi» jedhee teedeffate.


laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus, Ilma Rabbii Ol'aana'aa! Maal narraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen.


Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu heddu waan taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite