Wongeela Maarqoos 5:7 - WAADAA LAMMATAA7 laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus, Ilma Rabbii Ol'aana'aa! Maal narraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Qoonqqa ol aana'aan'llee iyya'aa, «Ati Ilma Waaqa ol aana'aa yaa Yesus! Ati anaan woliin dhimma maal qabddaa? Maqaa Waaqaatiin si ni kadhadha, yabo'oo ana hin makkaraarsin!» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus! Ilma Rabbii maraa olii! Maal na irraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen. Gade chapit la |